Baga gara fuula dhuunfaa Agent Dani dhuftan.

Fayyadamaa Popo Live milkaa'aa ta'uuf waan isin barbaachisu hunda asitti argatta

Agent Kamal

Akkam jirtu, maqaan koo Agent Dani jedhama.

Popo Live irratti hojjechuu erga jalqabee ji'a 5 ta'eera. Ji'atti birrii kuma 10 ol argachaa jira.

Success Story

Isin akkuma koo galii dabalataa argachuu yoo barbaaddan

Tartiiba ani agarsiisu hordofuu qofa. Gara biraatiin, marsariitii kana irratti hojjachuu keessatti sadarkaa barnootaa kan hin gaafanne ta'uu, yeroo mijatu keenyatti hojjachuu danda'uu, afaan dandeenyu fayyadamuu danda'uu, akkasumas namootaa addunyaa guutuu irraa dhufan waliin wal-barsiisuuf carraa kan nuu banuu waan ta'eef hojii kana jaallanee akka hojjachinu nu taasisa.

Qajeelfama hojii Popo Live

Start Work

1. Filannoo banuuf

Kallattiin Play Store irraa buusuun kan danda'amu yoo ta'eyyuu karaan filatamaan garuu liinkiin banuu waan ta'eef liinkii armaan gadii tuqanii buusuun danda'ama

Login Options

2. Kan nuuf mijaatu filachuu

Liinkiitiin erga buusitanii booda akkamitti banuu akka barbaaddan filannoo ni agarsiifama. Karaa isiniif mijatu filatanii banuu.

3. Fuula duraa

Kun fuula akkaawuntii Popo Live sirritti banamuu keessan kan mirkaneessu dha. Itti aansee gara iddoo safartuutti seenna. Kunis bakka moobaayilaa gadi jiru irraa kan agarmu keessaa 5ffaa irratti mallattoo ampulii tuqna. 💡

Settings

4. Tarsii moo itti aanu

Kun yoo nuuf dhufe "Auth" tuqachuun dursa suuraa fi mallattoo fuula keenna kennina. Asitti guubbeen kan mul'atu jira, isa inni godhu irra deebinee gochuu. Fuula keenya kan haguugu homaa jiraachuu hin qabu mallattootti yoo kenninu. Fakkeenyaaf hijaaba, xillaasha...

Final Step

5. Dhuma irratti

Lakkoofsa 4 irratti suura kanarraa kan agarmu keessaa "My Agency" jedhu yoo tuqne kun nuuf dhufa. Itti fufuun dani_Agency akka dhufe erga mirkaneeffattanii booda jedhu tuquun "44431503" galchuun jala "Please enter agent's ID" yoo tuqnu "confirm" jedhu tuqna, dhumarra waraqaa ragaa nu agarsiisa.

44431503

Settings

Hojii Itti Aanuu

Sertifikaatiin kun olitti yoo mul'ate, "Back" tuqxee gara kanaa fiduu dandeessa. ID galchitee yoo mirkaneessite, maqaa kee gubbaa fi maqaa eejantii kee jala qabuun sertifikaatiin akkasii siif ni mul'ata. Sana booda wanta biraa hin goonee, "Back" tuqxee ba’uu ni dandeessa.

Qajeelfamoota hojmaata Eejentii kallattiitti ta'uuf

Qajeelfamoota kana hordofuun salphaatti bakka bu'aa ta'aa.

1

Lakkoofsa Popo keessan profaayilii keessaa kopyii godhaa

2

Liinkii "Agency Registration" tuqaa

3

Eenyummaa keessan galchaa "Get" tuqaa

4

Koodii Mirkaneeffannaa galchaa "Submit" jedha

Screenshot

Waa'ee Pilaatfaarmii Popo Live

Popo Live maali?

Popo Live pilaatfoormii qunnamtii hawaasaa addunyaa guutuu yoo ta'u, asitti namoota biyyoota gara garaa irraa dhufan waliin viidiyoo kallattiin haasawuun galii argachuu ni dandeessu. Pilaatfaarmiin kun karaa salphaa fi gammachiisaa ta'een galii argachuuf carraa guddaa kenna.

Akkamitti hojjana?

Popo Live irratti namoota waliin viidiyoo kallattiin haasawuun, taphota taphachuun fi sochiilee hawaasaa gara garaa raawwachuun kooynii fi kennaa fudhatu. Kooynoota kana gara maallaqaa dhugaatti jijjiiruu ni danda'ama.

Gorsa fayyadamtoota haaraaf

• Dursa profaayilii keessan sirriitti guutaa
• Eejentii filatamaa filadhaa
• Guyyaatti yoo xiqqaate sa'a 2-3 jajjaboo ta'aa
• Fayyadamtoota biroo waliin kabajaan haasawaa
• Sochiilee bashannanaa hirmaadha

Karaalee galii walitti qabnuu

Karaalee Popo Live irratti maallaqa itti argannu: Saantima guyyaa guyyaan yeroo live hojjennu nuuf kennamu.
- Sanduuqa ergaa fi
- Sanduuqa Qabeenyaa
- Namoota biroo wajjin tapha taphachuu
- Kennaa namoota adda addaa irraa
fi hojii ejensii. Kanneen hunda irraa galii adda addaa arganna.

Karaalee galii sassaabnuu

Popo Live irratti karaaleen galii argachuu gurguddoon, kennaawwan fudhachuu, waamichi viidiyoo kallattii gochuu, taphoota keessatti hirmaachuu fi hojii eejensii argama. Sochii hundumti carraa galii addaa addaa kenna.

Qajeelfamoota nageenya

• Odeeffannoo dhuunfaa keessan hin qoodina
• Namoota maallaqaa dabarsuu gaafatan irraa of eegaa
• Eejentii filatamaa qofa filadhaa
• Qajeelfamoota Popo Live hordofaa
• Sochii shakkisiisaa gabaasaa

Poppo Live
irraa mallattoowwan jiran maalidha?
Akkamitti fayyadamna?

Gaaffilee Yeroo Baay'ee Gaafataman (FAQ)

Popo Live maali?

Popo Live pilaatfaarmii viidiyoo kallattii addunyaa guutuu ti; asitti viidiyoo kallattii agarsiisudhaaan maallaqaa argachuu ni danda'ama.

Maallaqi akkamitti dabarsa?

Popo Live kooynii dhaabbattoota dhugaan ergan gara qarshiitti jijjiiruu danda'ama, maallaqa ergan kallattiin mirkaneessaa.

Gorsa fayyadamtoota haaraa?

Profaayilii keessan sirriitti guutaa, eejentii filatamaa filadhaa, jireenya keessan to'ataa qabaadha.

Agent Kamal

Na Argachuuf

Eejentii Dani - Ogeessa Popo Live

Phone

+251975583967

Telegram

Dani Telegram

YouTube

Dani Whatsapp

Tiktok

Dani Tiktok

Tiktok

Dani Tiktok

Facebook

Dani Facebook

Gmail

Dani Gmail

Whatsapp

Dani Whatsapp